trail
small rocket

Category: islaama

Da’awaan Mashaa’ikkaniifi du’aatota waggoottaniif waliin ta’uun hojjataa ture badhaase   Da’awaan Mashaa’ikkaniifi du’aatota waggoottaniif waliin ta’uun hojjataa ture badhaaseera.   Spider Media: Safar 6, 1447 AH TVn Da’awaa Mashaa’ikkan, du’aatotaafi ustaazota waggoottan afran isa waliin ta’uun barnoota Islaamaa kennaa turaniif sagantaa galateeffannaafi beekamtii kennuu gaggeesseera.  

waayee qur’aanaa

Gaafii: Ganda an itti dalagutti, kitaaba zikriitiifii Qur’aana walitti qabanii guban. Maaliif gubdan jennaan, akkanaatu irra caala naan je’an. Qur’aanas haa ta’uu kitaabban faayidaa qabu ka jechi Nabii keenyaa keessa jiru, kanneen akkanaa gubuufi awwaaluu kamtu irra caala? Deebii Yaa gabricha/gabrittii Rabbii, kabajaan Qur’aanaa waan ciccirame