Baankiin Hijiraa Baasii qarshii Miliyoona lamaa olitti shalagamuun galteewwan Nyaataaf Oolan Jiddugala Tursiisa Daa’immanii Dirree Dhawaatiif Deeggarsa Taasise Baankiin Hijiraa Daa’imman Jiddu Gala Tursiisa Daa’immanii Dirree Dhawaa Keeysa Jiraniif galteewwan nyaataaf oolan maallaqa qarshii miiliyoona lamaa oliin bituun gumaache hojii jajjabeeffamuu qabu jechuun Kantiibaan Bulchiinsa