Da’awaan Mashaa’ikkaniifi du’aatota waggoottaniif waliin ta’uun hojjataa ture badhaase Da’awaan Mashaa’ikkaniifi du’aatota waggoottaniif waliin ta’uun hojjataa ture badhaaseera. Spider Media: Safar 6, 1447 AH TVn Da’awaa Mashaa’ikkan, du’aatotaafi ustaazota waggoottan afran isa waliin ta’uun barnoota Islaamaa kennaa turaniif sagantaa galateeffannaafi beekamtii kennuu gaggeesseera.