trail
small rocket

Author: Amar Temam

  • Home
  • Author: Amar Temam

Da’awaan Mashaa’ikkaniifi du’aatota waggoottaniif waliin ta’uun hojjataa ture badhaase   Da’awaan Mashaa’ikkaniifi du’aatota waggoottaniif waliin ta’uun hojjataa ture badhaaseera.   Spider Media: Safar 6, 1447 AH TVn Da’awaa Mashaa’ikkan, du’aatotaafi ustaazota waggoottan afran isa waliin ta’uun barnoota Islaamaa kennaa turaniif sagantaa galateeffannaafi beekamtii kennuu gaggeesseera.  

Baankiin Hijiraa Baasii qarshii Miliyoona lamaa olitti shalagamuun galteewwan Nyaataaf Oolan Jiddugala Tursiisa Daa’immanii Dirree Dhawaatiif Deeggarsa Taasise   Baankiin Hijiraa Daa’imman Jiddu Gala Tursiisa Daa’immanii Dirree Dhawaa Keeysa Jiraniif galteewwan nyaataaf oolan maallaqa qarshii miiliyoona lamaa oliin bituun gumaache hojii jajjabeeffamuu qabu jechuun Kantiibaan Bulchiinsa

Boordiin hojii raawwachiiftuu Filannoo Mana maree dhimmoota islaaamummaa oromiyaa waa’ee filannoo ilaalchisee ibsa kenne

Boordiin hojii raawwachiiftuu Filannoo Mana maree dhimmoota islaaamummaa oromiyaa waa’ee filannoo ilaalchisuun miidiyaaleedhaaf ibsa kennan.   Walitti qabaan boordii filannoo mana maree ol’aanaa dhimmoota islaaamummaa naannoo oromiyaa Ustaaz Badruu Nuuruu ibsa kennaniin filannoon karoora kanaan dura taa’een kan hin imaliniif rakkoleen tokko tokko waan jiraniifi jedhan.

Medrook meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 70 olii deeggarsa taasise

Medrook meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 70 olii deeggarsa taasise Gareen Invastimantii Midrook meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 70 ol baasan deeggarsa taasise. Meeshaaleen kunneenis meeshaalee yaala Fayyaa dhiqaa Kaleef oolan ta’uutu ibsame. Dhaabbatichi maashinoota dhiqaa Kalee 20 fi siree

waayee qur’aanaa

Gaafii: Ganda an itti dalagutti, kitaaba zikriitiifii Qur’aana walitti qabanii guban. Maaliif gubdan jennaan, akkanaatu irra caala naan je’an. Qur’aanas haa ta’uu kitaabban faayidaa qabu ka jechi Nabii keenyaa keessa jiru, kanneen akkanaa gubuufi awwaaluu kamtu irra caala? Deebii Yaa gabricha/gabrittii Rabbii, kabajaan Qur’aanaa waan ciccirame