trail
small rocket

Day: July 31, 2025

Da’awaan Mashaa’ikkaniifi du’aatota waggoottaniif waliin ta’uun hojjataa ture badhaase   Da’awaan Mashaa’ikkaniifi du’aatota waggoottaniif waliin ta’uun hojjataa ture badhaaseera.   Spider Media: Safar 6, 1447 AH TVn Da’awaa Mashaa’ikkan, du’aatotaafi ustaazota waggoottan afran isa waliin ta’uun barnoota Islaamaa kennaa turaniif sagantaa galateeffannaafi beekamtii kennuu gaggeesseera.  

Baankiin Hijiraa Baasii qarshii Miliyoona lamaa olitti shalagamuun galteewwan Nyaataaf Oolan Jiddugala Tursiisa Daa’immanii Dirree Dhawaatiif Deeggarsa Taasise   Baankiin Hijiraa Daa’imman Jiddu Gala Tursiisa Daa’immanii Dirree Dhawaa Keeysa Jiraniif galteewwan nyaataaf oolan maallaqa qarshii miiliyoona lamaa oliin bituun gumaache hojii jajjabeeffamuu qabu jechuun Kantiibaan Bulchiinsa