trail
small rocket

Day: July 18, 2025

Boordiin hojii raawwachiiftuu Filannoo Mana maree dhimmoota islaaamummaa oromiyaa waa’ee filannoo ilaalchisee ibsa kenne

Boordiin hojii raawwachiiftuu Filannoo Mana maree dhimmoota islaaamummaa oromiyaa waa’ee filannoo ilaalchisuun miidiyaaleedhaaf ibsa kennan.   Walitti qabaan boordii filannoo mana maree ol’aanaa dhimmoota islaaamummaa naannoo oromiyaa Ustaaz Badruu Nuuruu ibsa kennaniin filannoon karoora kanaan dura taa’een kan hin imaliniif rakkoleen tokko tokko waan jiraniifi jedhan.